Barnoota Bu'ura Amanti Islaamaa
Baruumsaa maqaalee Rabbii, Salaata,Soomaana, Hajjii, Fatwaa fii Gorsaa Dhumii hin Qabne..
Sheek Kamaal Iissaatiin Caqasi...
Towhiida/tokkicummaa rabbii, Salaata, Hajjii, Soomana Zakaata, Umraa, Haqiiqaa, Uhdiyyaa, Gorsaa fii hiikkoo kitaaba adda addaa Afaan Oromootti deebisuun ......baruumsa qarshitti hin herragamne laachaa jiru....kuusaa guutuu baruumsaa kana kan sirnaan faanaa bu'amee asirraan hordofaa!
Sheek Mohamed Saniin. Caqasi...
Darsii Hiikkaa Tafsiiraa Qur'aanaa Afaan oromotiin Suuraa Nisaa'aa
Sheek Anwariin. Caqasi...
Darsii Hiikkaa Hadiisa Raaydusaalihiin Afaan Oromootiin
Sheek Daarul Arqamiin. Caqasi...
Akkamitti akka paltalk konpiittara ofitti galfatan
Akkamittiin Paaltalk konpiitara kiyyatti galfadhee darsii hordofa?
Baruumsa kana suuraadhaan takka takkatti si garsiifnaa nu hordofi

- Adminaaf/warra taliguuf
- Nama Admina hin tainiif
- Akka itti gad waraabbatan
- Eega konpiitara keetti galfattee akkamitti akka ittii gargaaramtu
Darsilee sa'aa 500nii ol deeman
Fatwaa, tafsiiraa, salaataa, hajjii, Hadiisaa, seenaa fii gorsa Hawaasaa..
kusaa baruumsa bu'ura amantii Islaamaa kan baraa dheeraa
iddoo garagara fii sheekkootii garagaraatiin barsiifama ture,
kunoo akka nama bartuu barbbadeef mijjaawutti tartiibaan shaqaxamee.....

Kitaabaa Seera Afaan Oromoo kan Dr. Abdulsamd Mohammad
Hubachiisa: Kitaabni kun hayyama barreeysichaatiin online gubbatti maxxanfame. Akeekni isaa akka irraa bartee afaan Oromoo guddiftuufi. Irrraa barachuu fii ittiin barsiisuuf ni hayyamama. Garuu asirraa koppii/waraabnii leecceelleeyfachuun bifa kaminuu dhorkaadha. Kitaabni kun bilisummaa.com digitaalayzi godhamee jira..
Ar'a Maaltu Maxxnfame ?
-
"Private" ke chufadhu huma jedhanii akkamitti cufadha? Sa Yaa dhiiroo yeroon "Paltalk" seenee dubbadhu "private" yookaa balbalaa kee chufadhu huma ja'anii akkamittii ifirraa cufa? Eessa dhaqeen firraa cufa?Read More... -
Muhaadaraa Magaalaa Roobee Irraa Sheek Abdusalaam Kadiir Muhaadaraa Sheekh Abdusalaam Kadiir galmooyte...Caqasuuf As tuqaaRead More... -
Namoonnii Kuma heddutti lakkaawaman hiriira bahan Ummannii kuma heddutti lakkaawamu Awwaliyyaa duratti hiriira bahan.. Guutuu waayee kanaa RSO tiif Obboo Said Mohamed caqasuuf...Read More... -
Raas Miika'il eenyu? Lij Iyyaasuun eenyu?Seenaa saba keetii hagam takkaa irraa beeyta? Raas Miika'il eenyu? Lij Iyyaasuun eenyu? Seenaa raas Miika'iil fii Ilmaa Isaa Lij Iyyaasuu..Sheekh Jaabir Abdallaa tiin kutaa Tokkoffaa, Lammaffaa ,...Read More...
- 1
Dhangaa Jannataa on Facebook
Sagalee Tee
Baruumsa asirratti maxxanfaman keessaa kaniin akkaan hordofuu jaaladu
Login Form
Who's Online
RMTMO Sa'aa 24 As jala gad tuquun hordofaa !!!
Konpiitara
Sheekkoota yeroo saanii ummataaf gumaachan

Sheekh Amiin Ibroo
Siiraa Sahaabootaa, Gorsa Hawaasaa, Muhaadaraa fii Barnootaa dhumii hin qabne odoo guyyaa guutuullee caqastee ka si hinfachiifne
Caqasi/Listen

Dr. Mohamed Rashaad
Abdullee. Kitaaba Hedduu Gara Afaan Oromotti deebisuun Hayyuu hiriyyaa hin qabnee..Caqasi/Listen

Sheekh Yuusuf Nuuree Damma
Gorsa hawaasaa, guddisaa joollee fii gorsa adda addaa Kan dhumii hin qabne kan yeroo ammaa ummataan
badhaasaa jiran keessaa isa tokko...Caqasi/Listen
Sheekh Alii Jimmaa
Gorsaa hawaasaa fii Muhaadaraa gara garaa kennuun hawaasaa Oromoo muslimaa baruumsaa hangana hin jidhamneen hawaasaa gammachiisaa jiru..Caqasi/Listen

Sh. Hassan Abdallaa
Barsiisaa Tafsiira, hiikkoo hadisaa garagaraa, siiraa fii gorsa hawaasaa kan yeroo dheeraaf barsiisaa turaniif barsiisaa jiran ..Caqasi/Listen
Muhaadaraa
- Sh. Amiin Ibroo
- Sh. Alii Jimmaa
- Sh. Anwar Yuusuf
- Sh. Ahmed Haafizaa
- Sh. Ahmed Daammoootaa
- Sh. Abdii Husseen
- Sh. Ahmed Yaassin
- Sh. Abulmalik Muussaa
- Bar. Abdul Maliik
- Bar. Abdulhaafiz
- Sh. Bakrii
- Bar. Fu'aad Ibraahim
- Sh. Jaabir Abdallaa
- Sh. Jibriil Alii
- Sh. Jamaal
- Sh. Kamaal Iissaa
- Sh. Kabiiraa
- Sh. Kadiir Musxafaa
- Sh. Mohamed Amiin
- Sh. Mohamed Sanii
- Sh. Mohamed Aliyyii
- Bar. Mohamed Aliyyii Haajii
- Sh. Mohamed Waado
- Sh. Naasir Mohamed
- Sh. sulxaaan
- Sh. Yuusuf Idris
- Sh. Yahyaa Abdallaa
- Sh. Hassan Abdallaa
- Sh. Yuusuf Nuuree
- Sh. Abdusalaam Kadiir




































